Nehemiah 12:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Lawi: Jari sirba galatani deebisani iti mataa kana: Yeshua, Binui, Kadmieli, Sherebia, Yuda, Matania.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leewwonnillee Iyyaasuu, Biiniwii, Qadmi'eel, Sarraabiyaa, Yihuuda'aa fi Mattaaniyaa obboleewwan isaanii woliin bulchaa faarfattootaa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti: Iyaasuu, Biinuyi, Qadmii'el, Sherebiiyaa, Yihuda'aa fi Mataaniya'a. Mataaniyaan firoota ifii woliin itti gaafatamaa faaruu leellisaa ti.