Nehemiah 12:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami worrati fuula deefate sirbu worra kana: Bakbukia, Unofi worra Lawi d'ibi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan isaanii Baqibuqii fi Uuni isaan jalaa qaba'aa faarfata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Firooti isaanii Baqbuqiiyaanii fi Uniiyoon yennaa tajaajilaa isaanitti aananee dhaabbatan.