Nehemiah 13:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle wonti anini d'agaye, worri Lawitifi sirbituni Mana Waaqa qooda, sila baasanifi kaani d'abde jennaani, namu kae oobru ufiti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra leewwotaatii gayeen isaanii akka isaanii hin kennamnee fi worri tajaajilan Leewwonninii fi faarfattoonni gara maasaa ufii akka deebi'an argee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwootii fi faarfattooti Galma Waaqaa keessaa, qoodi isaanii waan hin kennaminiif, akka isaan gara fichaa ifii deebi'ane hubadhe.