Nehemiah 13:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jaaroleti kae waan jed'eeni, Isani maanifi Mana Waaqa balleesitani akana tolchitani? Duuba worra Lawitifi sirbitu suni Mana Waaqati deebise hojachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Manni Rabbii maaf gatame?» jedhee worra bulchootaatiin lole. Worra Leewwotaatii fi worra faarfattootaa deebisee akka isaan hujii isaanii jalqaban taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani bulchitoota mormee, «Galmi Waaqaa maaniif gatame» jedhee gaafadhe; Lewwootaa fi faarfattootalle wolitti waamee hujii Galma Waaqaa keessaatitti isaan deebise.