Nehemiah 13:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Yuda ch'ufti qooda mid'aanitifi daad'ifi d'ad'ale Mana Waaqatini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa worri Yihuuda'aa martinuu kennaa midhaanii kudhan keessaa tokko kennaa woyini'iitii fi ka dhadhaa ejersaa kudhan keessaa tokko gara mana meesha'aa fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Yihuda'aa martinuu midhaan irraa, daadhii woyni'iitii fi zayitii ejersaa irraa, kudhan keessaa tokko kolloo meya Galma Waaqaatitti fidiisa jalqabane.