Nehemiah 13:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa kiyya, waan anini Mana keeti tolcheefi huji isaa ta anini tolche tana qaabad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Waaqa kiyya! na yaadadhu; jasaa ani mana keetiif godhe na jalaa hin balleessin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa kiyya, waan kanaaf na yaadadhu; hujii dansaa ani Galma keetiif, tajaajila isaatiif godhe haxoottee hin balleessin!