Nehemiah 13:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari ka duri dira Tiroti d'ufe Yerusalemu keesa tau qurt'umifi miha aka heddu diraani d'ufe guyya Sabato worra keennati gurgure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Xiroosiillee isii keessa jiraatan; qurxummi'ii fi meeshaa gurguraa ka adda addaa fidanii guyyaa Sambataatiin qachaa Yerusaalemiititti banii Yihuuda'aatitti gurgurata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan biyya Xiiroosii worri Yerusaalem keessa le'u gariin qurxummi'ii fi waan gurguramu adda addaa, guyyaa Sanbataatiin gara Yerusaalemii fidanee Yihudootatti gurguratane.