Nehemiah 13:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti teesani duri akana taate, maro waan sunitifi — Waaqi keenna nu imballeesine? Ammo isani guyya Sabato t'ureesitani dallansu Waaqa hagasile ira nutiini d'uftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbootiin teessanillee akkanuma godhaniimii? wonti Waandhi keenna waan hamaa kana maraa nuu fi qachaa tana irrattillee fideef kanaafiimii? isinillee Sambata batteessitanii Israa'eliin irratti balaa edaatan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi qacha'aa fi nu irratti badii tana mara wonni fideef, abbootiin teessan badii tana hujjeefii motii? Ammalle isin Sanbata batteessiisaan Israa'el irratti mufii Waaqaa ta caaltu fidaartan» jedhe.