Nehemiah 13:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan worraani jed'e, Isaani maanifi naabo gama bultani? Yo isani iti deebitani, anini isani qaba. Guyya suni asi worri taka iti deebie guyya Sabato ind'umne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, «Qachatti'iin alatti maaf raasaa bultan? yoo deebitanii akka amma gootan kana gootan ani hunnaan isin miidha» jedhee isaan seere. Achiin maayessa guyyaa Sambataatiin deebi'anii hin dhufne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo, «Isin maaniif dalleyaan dura bultan? Lammeessoo yoo itti deebitane, ani hunnaan isin ari'a!» jedhee isaan ifi eeggachiise. Yennaa sanii jalqabanee isaan guyyaa Sanbataatiin deebi'anee hin dhunne.