Nehemiah 13:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan worra Lawitini jed'e ufi qulqulleesa, beena, balbala eega, aka nami guyya Sabato int'ureesine. Ee Waaqa kiyya, maro waan kanatifi na qaabad'i jaalala tante guddooni badi na d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaa akka uf woyyoomsan, dhufanii balbala akka eeganii fi guyyaa Sambataallee akka woyyoomsan isaanitti hime. Kanaafuu Waaqa kiyya! na yaadadhu, akka araara kee gudda'aatiin garaa naa laafi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti guyyaa Sanbataa woyyoonsiisaaf, ifi qulleessanee, dhaqanee karroota akka eeganu ani isaan ajaje. Ee Waaqa kiyya, waan kanaaf na yaadadhu, akka jaalala keeti guddaa bara baraatitti, na mararfadhu!