Nehemiah 13:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini jara suniti kae abaare d'aane, rifeensale ira bubuqise. Duuba anini aka worraafi ijoolleeni worraleeni iti deebite nama gosa dibitini woli infuune, maqa Waaqatini kakhachiise,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaaniin wol morme, isaan abaarelle'e; isaan keessaa heddu isaanii hin rukute, rifeensa mataa isaaniillee hin bubuqqise, Achiin maayessa «Ijoollee isaanii ta durbaa ijoollee teessan ta dhiiraatitti hin fuudhinaa'a; ijoollee teessan ta dhiiraatitti ijoollee isaanii ta intalaa hin heerumsiisinaa'a» jedhee maqaa Rabiitiin isaan kassiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille isaan mormee, isaan abaareelle, isaan keessaa garii dhowee, rifeensa isaan irraa buqqise; ijoollee durraa ta isaanii ilmaan ormaatitti akka hin heerumsiinne, ilmaan isaaniille yookiin isaan ifiifille ijoollee durraa ta ormaa akka hin fuuneef maqaa Waaqaatiin isaan kakachiise.