Nehemiah 13:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu amma tana isani gula baane, waan hamtu Waaqa keenna durati tolchine, nad'eeni nyaapaa fuuna re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugamaan waan hamaa guddaa kana maraa haa hojjannuu, dubartoota worra Yihuudii hin taanee fuudhu'uun seera Rabbii diiguu nu barbaachisaa?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ijoollee duraa ta ormaa fuudhiisaan Waaqa keenna mormtanee hammeenna gudda'aa fi yakkaa akka hujjanu dhage'iisaan nuutille fakkeenna keessan hordonnaa ree?