Nehemiah 13:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoiyadani ilma qaallicha gudda, Eliashabu, ammo ilmi yoiyada toko dubra Sanbalati, ka worra Beth-Horoni, fuud'e; tanaafi anini isa Yerusalemu keesaa gusse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Yoo'aadaa ilma Eliyaaseebii gadicha gudda'aa keessaa tokko soddaa Sanbalaaxii gosa Hoorii ture, ani uf biraa isa ari'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoyaadaan ilma hayyicha guddaa Eliyaashiibii ti; ilmaan Yoyaada'aa keessaa tokkochi intala Sanbalaaxii qachaa horoonii fuudhe; maarre ani akka inni Yerusaalem lakkisee deemu godhe.