Nehemiah 13:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa kiyya, aka worri kunini huji qaalomatifi wold'aqisa atini qaaloleefi worra Lawi woliini tolfate t'ureese qaabad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waaqa kiyya! gadummaa, seera gadumma'aatii fi waadaa Leewwotaallee waan diiganiif isaan argi!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa kiyya! Hujii hayyumma'aatii fi gondooroo ati hayyootaa fi Lewwoota woliin goote akka isaan xureessane qaabadhu!