Nehemiah 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli seera kana d'agaye jennaani nama gosa isaani intahini ch'ufa ufi keesaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa seera kana dhagayan banii wolitti makame Israa'eliin irraa fooyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan yennaa Seera kana dubbifamuun dhageette, sanyii ormaa Israa'elii irraa gargar baache.