Nehemiah 13:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani anini waan gosa teenna aada intahini ch'ufa balleese akasiini gosa teenna qulqulleese qaaloleefi worra Lawi aada worri gula hojachu male garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Battummaa biyya nyaaphaa maraa irraa akka woyyooman godhe. Worri gadootaatii fi Leewwonni marti isaaniituu seera isaan beekanii hojjachuun isaan barbaachisu maraa hin qopheesseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani hayyootaa fi Lewwoota waan orma te'e mara irraa qulleessee, tokko tokkoofuu, hujii hujanu itti kenne.