Nehemiah 13:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, qoraani sorioni gubani guyya fed'ani ch'ufa kootani jed'e, ammalle, mid'aani qara bilchaatale biyyaani kootani jed'e. Ee Waaqa, waan anini tolche kana ch'ufa fa fa qabad'i, naa eebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qoraan ciincaan ittiin ciincawu ka hennaa jedhame maraa keessatti dhiyaatuu danda'u qindeesse; midhaanii fi daraaraa isaa ka jalqaba gaye namoonni attamitti akka dhiyeessuu danda'an qopheesse. Waaqa kiyya! kana maraa yaadadhu; kana godhuu kiyyaan waan mishaa naa godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle ani qoraan ciincaa ittiin ciinceffamuu fi midhaan galfatanu keessaa ka mata'aa, yennaa murteeffantetti, gara Galma Waaqaa akka fidanu godhe. Ee Waaqa kiyya, waan ani godhe kanaaf na yaadadhu!