Nehemiah 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa mana suni isaa kennani, anini Yerusalemu keesa injiru, wonti akanatiifi ganna sodomi lameeso ka Artashartani lafa Babiloni fide keesa anini gara isa d'aqe. Diqo wo bule jennaani, Yerusalemuti deebiu fed'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu bara mootichi Baabiloonii Arxeeksis mooyee woggaa soddomii lammeesso'ootitti gara mana mootichaa waan dhaqee tureef hennaa tana ani Yerusaalemiin keessa hin turre. Hennaa hago'oon maayii mooticha kadhadhee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Artashaastaan mootiin Baabilonii mootii te'ee woggaa soddomii lammeesso'ootitti ani gara mootichaa waan dhaqeef, yennaa san maraayyuu ani Yerusaalem keessa hin jiru; yennaa diqqo'oon duuba ammoo mooticha kadhadhee,