Nehemiah 13:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba biyya yaame, Mana kana qulqulleesa, miha Mana Waaqatifi mid'aani Waaqaa baasanifi hit'aanale iti deebisa jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gola manaa akka qulqulleessan ajaje. Meeshaa mana Rabbii, kennaa midhaanii ka mana Rabbiitii fi hixaanallee deebisee gara mana Rabbii ol galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani kolloon akka qulqulleeffantu, mey Galma Waaqaa, kennansi midhaaniitii fi hixaanaalle akka deebi'ee itti galu ajaje.