Nehemiah 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Sanbalatini ka dira Beth-Horonitifi Tobiani ka lafa Amoni keesati guddinna qabu nama waan dansa worra Israeliiti tolchu d'ufe d'ageennaani aka hama dalanani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Sanbalaaxiin gosa Hooriitii fi Xoobbiyaan gosa Amoonii haga akka namni waan ijoollee Israa'elii mishaa yaadu dhufe dhagayan guddisanii biibbayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi qachaa Bet-Horoonii Sanbalaaxii fi qondaaltichi nami biyya Amoonii Xobiiyaan, nami tokko Israa'elootaaf waan dansaa hujiisaaf akka dhufe yennaa dhage'ane, akka malee aarane.