Nehemiah 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka namutu waan Waaqi tolche nani jed'e suni inhimini ufi iraa tae. Duuba halkani guddo anini kae wahela kiyya haga gari fud'ad'e, kae iti d'aabad'e. Horini nu yaaneni gaange anini yaabad'u ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganama lafaa ka'ee hennaa deemu, namoota heddutu na woliin ture. Waan Waandhi Yerusaalemitti haa hojjadhu'uuf onnee kiyya keessa kaaye nama kamittuu hin himne; horii yaabbi'ii ka ufii yaabbadheeru malee horiin biraa na bira hin turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani namoota diqqaa tokko woliin halkaniin ka'e; Yerusaalemiif akka ani hojjadhu waan Waaqi gadhaa kiyya keessa keye nama tokkolle'etti himee hin jiruuyyu. Geejjibi ani fudhadhee deeme geejjiba irra tee'e qofa.