Nehemiah 2:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini balbala Baleetini dira keesaa bahe Eela gorjama biraa dabre balbala Huuratini baheele, lafti halkani. Anini ato deemu naabo dira ta ch'ach'abt'efi Fullo balbala ta ibidaani balleesani ilaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala dallawa dhooqaatiin bayee bakka burqaa jawwe'ee jedhamuun hulee waan badaa itti gatan dhaqee dallawa Yerusaalemii ka diiggamee fi balballan isi'ii ka ibiddaan gubateeru arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani halkaniin karaa karra dhooqaa bayee madda jawwe'ee dabaree karra kosi'ii dhaqe; dalleya Yerusaalemii ka diigamee fi karra isi'ii ta ibiddaan gubattee badde ilaale.