Nehemiah 2:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan worraani jed'e, Gaargala nu amma keesa jiru kana laala, ka Yerusalemu balleesani, balbala isiile gubani! Koota, naabo dira kana jaare ch'eera keenna d'ofanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ani «Rakkoo nu keessa jirru, Yerusaalem akka diiggamte, balballan isi'ii akka ibiddaan gubate arga'aartan, ammallee ammaa achi akka nutti hin kolfine koottaa dallawa Yerusaalemii haa ijaarruu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani isaaniin, «Rakkinna nuuti keessa jirru isin hin dhaggitan; Yerusaalem jiddeerti; karri isi'iille gubatteerti; tanaaf haganaa achi akka hin salphanneef, kowa'a dalleya Yerusaalemii deebinnee ijaarra» jedhe.