Nehemiah 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka Waaqi na eebise na qarqaareefi waan hayyuuni nani jed'ele iti hime. Worri waan jed'e, hayye, koota, injaara! Duuba hojuma suni kurfahani, huji jala qabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanatti aansee akka harki Waaqa kiyyaa mishaan na woliin jiruu fi dubbii inni natti hime isaanitti hime. Isaanillee «Kaanee haa hojjannuu!» jedhanii hujii misha'aaf irree ufii jabeeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille Waaqi attam akka na woliin jiraatee na qarqaaree fi jecha mootichi naan jedhelle isaanitti hime. Achiin duuba isaan, «Deebinnee ijaariisa jalqannuu ti!» jedhane. Maarre isaan hujii dansaa tana jalqabiisaaf qophowane.