Nehemiah 2:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanbalatifi Tobayafi Araftichi Geshemu jed'ani waan nu tolchu feenu d'ageennaani, nu goyeesani waan nuni jed'ani, isani ya marattani? Maani tau feetani? Isani hayyuuni morku feetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Sanbalaaxiin gosa Hoorii, Xoobbiyaan garbichi gosa Amooniitii fi Geesaamiin Arabtichi hennaa waan kana dhagayan nu tuffatanii nutti kolfan; nu salphisanii «Wonti isin godha'aartan kun maali'i? isin dhugamaan mootichatti kakka'uu barbaaddanii?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qachaa Bet-Horoonii Sanbalaaxii fi qondaaltichi nami biyya Amoonii Xobiiyaan, Geshemiin arabichille waan nuuti karoorfanne yennaa dhage'ane ammoo, busheeshanee, nu qaanessanee, «Wonni isin hujiisatti jirtanu kun maan inni? Isin mooticha finqiliisaan mormiisatti jirtanii?» jedhane.