Nehemiah 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Ee hayyicha, Waaqi lubbu si d'eeresina, fuuli kiyya akami dandae mid'aaga, ka diri ababoota tiyya keesati awaalani jige bade, balbala Fullo isale ch'ufa ibidaani gubani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee mootichaan, «Mootichi bara kumaa haa moowu! qachaan awwaalli abboota tiyyaa keessa jiru diiggamteerti, balballan isi'iillee waan ibiddaan gubateef fuulli kiyya maaf hin gaddine» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootichaan, «Mooticha, bara baraan jiraadhu! Yennaa qachaan, addeen abbootiin tiyya itti awwaalamane diigamu, balbalti isaa duudiille ibiddaan gubattee baddu, ani maaf hin gaddine ree?» jedheen.