Nehemiah 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan nani jed'e, Maani feeta re? Jennaani anini Waaqa gubbaa kad'ad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee, «Maal na kadhatta ree?» naan jedhe. Anillee Waaqa Sami'ii haga kadhadheen maayessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi, «Maan akka sii godhu barbaadda ree?» naan jedhe. Maarre ani Waaqa ol-gubba'aa daadimadhee,