Nehemiah 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyuuni jed'e, Ee hayyicha, yo atini na jaalatte waan anini si kad'ad'e ee jette, na gad'iisi, d'aqeti lafa Yuda, ta ababoota tiyya keesati awaalani, dira isi mid'aase jaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichaan, «Mootii kiyya! yoo kun ka si gammachiisuu, ani garbichi kee si afo'otti yoo gaachena argadhee jiraadhe gara qachaa awwaalli abboota tiyyaa keessa jiruu gara biyya Yihuuda'aa dhaqee akka hojjadhu na ergi.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootichaan, «Fedhii teeti yoo teete, ani tajaajilaan keeti si duratti fudhatama yoo dhaggadhe, qachaa abbootiin tiyya itti awwaalamane san deebisee akka ijaaru, gara lafa Yihuda'aa akka na ergitu barbaada» jedheen.