Nehemiah 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi, ka hayyitiini d'aatu teetu, waan nani jed'e. Atini yo amma deemte, hagami bulte deebita? Akanaani hayyichi nati eebise na gad'iise, anileeni bulti haga iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san uduu mootittiin isa bira teetteertu mootichi, «Karaan deemtu hagam fagaata? yoom deebitalle'e?» naan jedhe. Mootichillee na ergu'uuf hin gammade; anillee hennaa itti deebi'u haaganaa qabeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi, «Haga guyyaa meeqaa ideenta? Yoom deebita?» naan jedhe; mootichi ana ergiisaaf waan gammadeef, anille guyyaa meeqa akka deemu itti hime. Yennaa san giittiille isa bira teetteerti.