Nehemiah 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan hayyichaani jed'e, Yo sii tate tatabe anini worra gugurda lafa Efrati ta ila aduti geesu, naa kenni, aka worri aka anini lafa worra keesaa bahe lafa Yudati taaku na gad'iisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanatti aansee ani mootichaan, yoo ka mootichi itti gammadu ta'e biyya Yihuuda'aa akka na geessaniif bulchoota worra laga Efraaxisii gama jiran bulchanitti akka kennu xalayaan naa haa kennamuu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani mootichaan, «Fedhii teeti yoo teete, haga Yihudaa gewutti nageyaan akka na dabarsanu, bulchitoota lafa laga Efraaxiisiitiin gamaatiif xalayaa naa barreessi;