Nehemiah 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yedaya, ilmi Harumafu, isati aane qooda ufi, ka d'aatu mana isaa, jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ladda isaaniitittillee Yiddaayaa ilma Eermaafii ka kolba mana isaatiin jirutu ijaare, ladda isaatitti Haxuusii ilma Asaabaaniya'aatitu ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Harumaafii Yedaa'iyaan mana ifii biraan, ka itti aanu deebisee ijaare; ilmi Hashabniiya'aa Haxushi, ka itti aanu deebisee ijaare.