Nehemiah 3:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shalumu, ilmi Haloheshi, ka arda Yerusalemu gama kaani mohatu, worrati aane qooda ufi jaare. (Dubarti isaleeni isa huji qarqaarete.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan laddattillee Shaaluumii ilma Alo'eesii ka biyya Yerusaalemii wodhakka'aa fi ganda isi'ii bulchutu ijaare; ijoolleen isaa ta durbaallee hujii isa gargaara'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Haloheshii Shaalum, ka gamisa aanaa Yerusaalemii dhibii bulchuu fi durri isaa, ka itti aanu deebisanee ijaarane.