Nehemiah 3:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nehemiani, ilmi Azbuki, ka arda Beth-Suri gama toko Mohatu, isati aane, qooda ufi haga irreesa Dauditifi haroofi maneeni askartiti d'aabe jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa Nahimiyaa ilma Azibuuqii ka cinaa biyya Betitsuurii bulchu hulee awwaala Daawitii laddaan jirtu ta hulee bisaan daakaniitii jalqabee haga mana worri jajjabaan keessa jiraatuu deebisee ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Azbukii Nahimiyaan ka gamisa aanaa Bet-Zuurii bulchaa ture, irreensa Daawitii fuula duraa kaasee haga baleessa nami hujeetii fi haga mana worra jannootaatitti, ka itti aanu deebisee ijaare.