Nehemiah 3:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini maqa worra Lawi ka qooda ufi, ka naabo, mid'aase jaare: Rehumu, ilma Bani, Nehemiati aane qooda ufi jaare; Hashabiani, ka arda keila gama toko mohate, isati aane qooda arda ufi ch'ufa jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa worra Leewwotaatii fi ilma Baanii Reehum fa'atu ijaare. Isaan laddatti Hashabiyaa wodhakkaa Qi'iilaa maraa bulchutu ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Lewwootaa, ilma Banii Rehuumiin sooreffamanee dalleya itti aanu deebisanee ijaarane. Hashabiiyaan bulchaan gamisa aanaa Qeyila'aa, qooda aanaa ifii ka itti aanu deebisee ijaare.