Nehemiah 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barai, ilmi Henadadi, ka arda Keila gama kaani mohatu, isati aane qooda ufi jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa Bawaayii ilma Eenihaadaadii ka wodhakkaa biyya Qi'iila'aa bulchuu fi obboleewwan isaatitu ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Henaadaadii Biinuyi, ka gamisa aanaa Qeyila'aa dhibii bulchu, ka itti aanu ijaare.