Nehemiah 3:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ezeri, ilmi Yeshua, ka Mispa mohatu, isati aane, mana woraana ch'ufa keesati olkayani duraa iti keeyate fulla naaboni gortuuniti d'aabe jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ladda isaatittillee Esirii ilma Iyyaasu'uu bulchaan Mitsipha'aa mana meeshaan woraanaa keessa jiru biraan kutaa biraa ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Yeshu'aa Ezer, ka Miisphaa bulchu, mana meya lolaa keyatanu fuula duraa jalqabee, haga addee dalleenni dhaqee itti dabuu, ka itti aanu deebisee ijaare.