Nehemiah 3:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baruki, ilma Zabai, isati aane, haga balbala mana qaallicha gudda Eliashibu jed'aniti d'aabe jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa Baarook ilmi Zaabaayii roga tokko irraa jalqabee haga mana gadichi guddaan Eliyaaseeb galuutitti jabaatee ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Zaabayii Baaruki, addee dalleenni dhaqee itti dabu irraa kaasee, haga seensuma mana hayyicha guddaa Eliyaashiibii, ka itti aanu deebisee ijaare.