Nehemiah 3:26 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoonni mana Woyyu'uu ijaarsa balbala bisaanii ka Oofeliin bira jiru ka kolba gara baya biiftu'uutiin dhaabateeru bira jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
fi tajaajiltooti Galma Waaqaa worri gaara Ofeelii gubbaa le'u haga fuula dura karra, «Karra bisaanii» jedhantu, ta gara aduun baatuutii fi haga fuul dura xelleephoo eeddo'ootitti, ka itti aanu deebisanee ijaarane.