Nehemiah 3:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Tekoa Pedayati aane, fulla doofi mana Waaqatini eegani taani duuba iti keeyate, naabo d'aatu Ofeliti d'aabe, qooda ufi ka lameeso jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa worri Tequhootaa Yaa'anii kolba ijaarsa gudda'aatii jalqabee haga ijaarsa dallawa Oofelii ka jiru maraa ijaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Teqo'aatii xelleephoo eeddo'oo guddittii fuula duraa kaasee, haga dalleya Ofeelii, ka itti aanu deebisee ijaare.