Nehemiah 3:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sadoki, ilmi Imeri, worrati aane mana isa dura qooda ufi jaare; Shemaya, ilmi Shekania, ka Fullo ilaboru eegu, isati aane qooda ufi jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Saadooq ilmi Imeerii kolba mana ufiitiin ijaare. Isatti aansee Shamayaa ilma Sekeniya'aa ka balbala gara baya biiftu'uu eegutu ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Iimerii Zaadoq mana ifii duraan deebisee ijaare; ilmi Shekaaniya'aa Shemaa'iyaan, ka karra gara aduun baatuu eegu, ka itti aanu deebisee ijaare.