Nehemiah 3:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hanania, ilmi Shelemiatifi Hanunini ilmi Shalufu ka jaeeso, isati aanani qooda ufi ka lameeso jaarani. Meshulamuni ilmi Berekia, worra suniti aane, mana ufi durati qooda isaa jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isatti aansee Hannaaniyaa ilma Saaleemiya'aatii fi Hanoonii ilma Seleefii ka jaheesso'ootitu waan biraa ka hafe ijaare. Isaanitti aansee maayessa kolba gara golgaatiin Meesulaamii ilma Baraakiya'aatitu ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Shelemiiya'aa Hanaaniya'aa fi ilmi Zalfa'aa ka jayeesso'oo Hanuun, qooda ifii ka lammeesso'oo, ka itti aanu deebisanee ijaarane. Ilmi Berekiiya'aa Meshulaam mana ifii duraan, ka itti aanu deebisee ijaare.