Nehemiah 3:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malkiani, tumtichi worqi, isati aane, haga mana hojattu Mana Waaqatifi daldatuni iti galtu, ka Fullo Mifkaditi aanu, d'aatu mana naabo gubba moga mirga gama ilaboru jiru d'aabe, qooda ufi jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa Malkiyaa worra worqii bassu keessa turetu tajaajiltoota mana woyyu'uutii fi worri daldaltootaa itti fayyadamanii ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi worqii tumu Malkiiyaan haga mana tajaajiltoota Galma Waaqaatii fi mana daldaltootaa ka fuul dura karra, «Karra eeddo'oo» jedhantuu fi kutaa manaa ta addee dalleenni dhaqee itti dabuun gubba'aa, ka itti aanu deebisee ijaare.