Nehemiah 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Tekoa isati aane qooda ufi jaare, ammo jaaroleeni dubbi jara worra hojachiisu ch'aqasu didde, huji jabdu suni harkaleeni qabachu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan laddatti worra gosa Teequhaawotaatitu ijaare; gugurdoonni isaan bulchan garuu gara'aan hojjachuu didan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Teqo'aa ka itti aanu deebisee ijaare; sooreyyiin isaanii ammoo, itti gaafattantoota huji'iitiif ajajamanee hujiisa didane.