Nehemiah 3:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Melatia, ka Gibeoni bahefi Yadoni ka Meronothi bahefi jari Gibeonitifi ka Mispa worrati aane qooda ufi jaare, mana namicha gudda lafa Efrati ta ila aduti d'aabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ladda isaaniititti Malxiyaa gosa Gabaa'oonii, Yaadoonii biyya Meeroonoota'aa, namoota Mitsipha'aatii fi namoota Gabaa'oonii ka worra biyya laga Efraaxisii gama jiran bulchantu ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Melaaxiiyaan Giibe'ontichi, Yaadon Merontichi akkasuma worri Giibe'oniitii fi worri Miispha'aa haga addee teessoo bulchaa lafa laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentuu, ka itti aanu deebisanee ijaarane.