Nehemiah 3:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Uzieli, ilmi Harhaya, ka tumtu worqi, worrati aane qooda ufi jaare. Hananani ka qayya mid'aasu, isati aane qooda ufi Naabo Balloti d'aabe jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ladda isaaniititti Uuzi'eelii ilma Harihaya'aa ka worqii bassutu ijaare. Ladda isaatitti Hannaaniyaa urgooftuu wolitti qabutu ijaaree haga dallawa badha'aatitti Yerusaalemiin jajjabeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Haarhaya'aa Uzii'el ka worqii tumu, ka itti aanu deebisee ijaare. Hanaaniyaan fiqiree tolchu, ka itti aanu deebisee ijaare. Isaan haga addee, «Dalleya badhaa» jedhantuu Yerusaalem deebisanee ijaarane.