Nehemiah 4:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda sirba kana baase sirbe: Ulfinna baane ufi laafimne, huuri ya guddate nu dabsate, akami dandeenne naabo jaara?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kana namoonni Yihuuda'aa, « Ba'aan huji'ii nu dadhabsiise, wonti diiggame ka kaasuun nu barbaachisu gudda'a, ijaarsa ijaarree hin dandeennu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoos kolbaan Yihuda'aa, «Nuuti ba'aa ba'atiisa waan dadhanneef, caccabaan woyiille guddoo waan bacateef, nuuti dalleya ijaariisa hin dandeennu» jedhane.