Nehemiah 4:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi keenna waan jed'e, Haga nu jiddu worra buune worra balleesine huji ejachimnuti, worri woma arge inhubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Diintonni teenna waan nu godha'aarru uduu hin beennee fi uduu hin argine wodhakkaa isaaniititti argamnee isaan ajjeefnee hujii isaan hojjata'aaranillee dhaabsifna.» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti keenna, «Adoo isaan hin beekin yookiin adoo isaan womaa hin dhaggin, nuuti dursinee isaanitti dhunnee isaan ijjeennee, hujii isaanii dhaabbachiinna» jedhane.