Nehemiah 4:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa Yahudiini nyaapa keennani woliini teetu d'ufte, mala worri nuti d'aatu nuti himti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Ayihuudi'ii ka isaan bira jiran dhufanii «Hulema jiran maraayyuu nutti dhufan» jedhanii harka kudhanii nutti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti worri adaala diinota keennaa le'anu, diinoti keenna addee maraa dhufanee nu loliisaaf, mala nutti dhowane yennaa hedduu nutti himane.