Nehemiah 4:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini goraadeefi woraanafi t'iya biyyaa kenne, worra worraani naabo duuba d'aabe, Fulla inhobaini ch'ufa duuba ejaanja, nama eega, jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee ijaarsa duuba gara gadiitiin guraadee, woraanaa fi buundhee isaan qabsiisee akka gosa gosa isaaniitiin isaan dhaabsise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani namoota dalleya duubaan addee ijaarsi hin fixamin, shallaagaa, ebo'oo fi guubee qabachiisee, maatii maati'iin kushee qabachiise.