Nehemiah 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka biyyiti mudamte arge jennaani, waan worraafi jaaroleefi gugurda worratiini jed'e, Nyaapa keenna ind'eetina. Qaabad'a, aka AABBO Waaqi ireefi jabeenna qabu; gosa teesanifi ilmaani teesanifi nad'eeni teesanifi olla keesanii jed'a, nyaapa had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akka isaan sodaatan argee ka'e; worra jajjabootaa, worra muudamtootaatii fi banii hafeen «Isaan hin sodaatinaa'a, Gooftaa gudda'aa fi ka gaachenni isaa sodaachisu yaadaa'a, waan obboleewwan keessanii, waan ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta durbaa, waan haawwota manaa teessaniitii fi waan manniin keessaniitiifillee lolaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka kolbaan sodaatte dhaggee, kolba'aa fi sooreyyii isaaniitiin, qondaalotalle'een, «Diinota keessan hin sodaatina'a. Waaqi guddaan sodaatamaan, worra keessaniif, ijoollee teessaniif, haadhotii manaa teessaniif, maatii teessaniif akka isiniif lolu qaabadha'a» jedheen.